Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Daandii Qilleensaa waggaan imaltoota miiliyoona 20 ol imalchiisaa jiru… Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaan imaltoota miiliyoona 20 ol imalchiisaa jira jedhan hojii raawwachiisaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasew.…
Idil Addunyaa Waliigaltee dhukaasa dhaabuu addunyaa afuura baafachiise… Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Ameerikaa fi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuu torbee 2 taasisuuf waliigaluu hordofee biyyoonni garaagaraa gammachuu isaanii ibsachaa jiru. Waraanni…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a falmiin PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama. Tapha mo’anii darbuun Cheeslii dhaqaa…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik milkaa’an Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Taphoota Nuusa xumuraa Shaamiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik morkattoota isaanii injifataniiru. Morkiin kilaboota jajjaboo…
Biiznasii Agarsiifni Daldalaafi Baazaariin walitti hidhaminsa gabaa mijeessuun tasgabbiin gatii akka jiraatu… Sifen Megersa Apr 7, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Kutaalee Magaalaa Shaggar hunda keessatti ayyaana Hiikaa sababeeffachuun agarsiisni baazaarii daldalaa mata duree "Shaggar Oomishaa jirti"jedhuun…
Biiznasii Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna – Qonnaan Bultoota Magaalaa Shaashamannee Sifen Megersa Apr 6, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) -Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna jedhan Qonnaan Bultootni Magaalaa Shaashamannee. Waggoottan jijjiirama darban hojiirra kan oole…
Idil Addunyaa Israa’eel warshaa ijoo Peetirookeemikaalii Iraan haleelte Sifen Megersa Apr 6, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) -Humni Waraanaa Isaa'eel warshaa ijoo Peetirookeemikaalii Iraan haleeluu beeksise. Haleellichi daangaan yeroo Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald…
Oduu biyya keessaa Warshaaleen guyyaan Daabboo kuma 300 fi Daakuu Kuntaala 400 ol oomishuu danda’an14 ijaaraman Sifen Megersa Apr 6, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) -Warshaaleen guyyaan Daabboo kuma 300 fi Daakuu Kuntaala 420 oomishuu danda'an14 ijaaramaniiru jedhe Waajjira Giiftii Duree. Warshaaleen kunneen…
Oduu biyya keessaa Yakka daddabarsa namootaa olaanaan barbaadamaa kan ture Yitibaarak Daawiit waahillaan isaa waliin… Sifen Megersa Apr 6, 2026 0 Finfinnee, Bitooteessa 28, 2018 (FMC) – Karaa seeraan alaa namoota daddabarsuun akkaan barbaadamaa kan ture Yitibaarak Daawiit waahillaan isaa waliin to’atame jedhe Poolisiin Federaalaa.…