Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman…
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu Kiiloo Giraama 100 mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to'ataman…