Idil Addunyaa Gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan boqote Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Ministirri Muummee duraanii fi gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan addunyaan kanarraa du’aan boqote. Dhibee onnee isa muudateen Hinditti…
Biiznasii Oromiyaatti hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbate Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbateera. Hanga kurmaan 1ffaatti Biqiltuu bunaa biiliyoona…
Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa gaggeesse ifoome Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoome. Baankoonni 31 caalbaasicharratti hirmaataniiru. Haaluma…
Ispoortii Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu ni… Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaan Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu xiyyeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa Doqdoqqeewwan kuma 6 fi 800 caasaalee gandaaf dabarse Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Doqdoqqeewwan kuma 6 fi 800 caasaalee gandaaf dabarseera. Mootummaan naannoo Oromiyaa uummatni tajaajila si'ataa…
Oduu biyya keessaa Saandookaan Dabbabaan Komishinara Komishinii Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Saandookaan Dabbabaa Komishinara Komishinii Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa akka ta'an muudaniiru.…
Biiznasii Hojiin Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojjette yaa’ii nyaataa addunyaarratti akka… Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Hojiin Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojjettuu fi bu’aan argame yaa’ii nyaataa addunyaarratti biyyoota biroof akka fakkeenyaatti…
Oduu biyya keessaa Torbeen ogummaa Afrikaa 2ffaan eegalame Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Torbeen ogummaa Afrikaa 2ffaan har’a Galma Walga’ii Gamtaa Afrikaatti eegalameera. Torbichi mata duree "Misooma Oguummaa Dandeettii Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan Garagaraa Dabarse Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 49ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan manni…
Fayyaa Tajaajilli Hospiitaala waliigalaa Baalee Roobee fooyya’e – Tajaajilamtoota Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Tajaajilli Hospitaala Waliigalaa Baalee Roobeerraa argatan fooyya’uu tajaajilamtoonni dubbatan. Jiraattonni magaalaa Roobeefi aanaalee godina…