Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan kabajama jira Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan Kiiloo 4 Siidaa yaadanoo goototaa biratti kabajama jira. Pireezidaantiin Waldaa gootota durii Lij Daani'eel Jootee,…
Oduu biyya keessaa Goota baraa ta’uu dhugoomsuuf of danda’uuf tattaaffachuun lammiilee hundarraa eegama… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Goota baraa ta'uu dhugoomsuuf of danda'uuf tattaaffachuun lammiilee hundarraa kan eegamu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Bilisummaan…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin mootummaan damee Indaastiriin gaggeesse bu’aa argamsiisera – Obbo Ahimad… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban keessa riifoormiin mootummaan damee Indaastiriin gaggeesse bu'aa argamsiisuu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen…
Ispoortii Arsenaal 1 – 2 Boornimaawuuz Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Boornimawuuziin injifatame. Taphoota piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa halkan kana taphatameen Boornimaawuuz…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’aa jajjabeessaa galmeesseera -Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Eebla 25, 2017(FMC) - Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu waggaa sadii dura eegalame gama Indaastirii oomishaa guddisuutiin bu’aa jajjabeessaa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI…
Ispoortii Nageellee Arsiin Shaampiyoona Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ta’e Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsii galchii 3 fi 1n Shaggar injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.…
Oduu biyya keessaa Aarsaan Itiyoophiyaan walabummaa Kooriyaaf kaffalte hariiroo biyyoota lamaaniif bu’uura kaa’eera… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Eebla 25, 2017(FMC) - Aarsaa Itiyoophiyaan walabummaa Riippaablika Kooriyaaf kaffalte hariiroo dippilomaasii biyyoota lamaaniif cimsuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Riippaablika…
Ispoortii Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 injifate Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi Liigii Shaangaay injifateera. Atileet Abrahaam fageenyicha daqiiqaa 8:07.92…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin Qorannoo seeraa dhimmoota mirgaa namoomaa fi ce’umsa haqaa Yuunivarsitii Booranaatti… Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Qorannoo seeraa dhimmoota mirgaa namoomaa ,ce’umsa haqaa fi sabdaneessummaa seeraa irratti xiyyeeffatte Yuunivarsitii Booranaatti gaggeeffamaa…
Ispoortii Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha daayimandi Liigii Shaangaay riikkandii fooyyessuun injifatte Sifen Megersa May 3, 2025 0 Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha meetira 800 daayimandi Liigii Shaangaay riikkardii fooyyessuun injifatteerti. Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa…