Ispoortii Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate. Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen ijaarame… Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti lafti hektaarri kumni 500 fi kumni 56 ol sanyiin uwwifame Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kaabaatti lafa waliigala qonna gannaan misoomsuuf karoorfame hektaara kuma 500 fi kuma 90 keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 500…
Oduu biyya keessaa Harki xiiqiif diriire Gaaddisa dhalootaaf ijaaraa jira – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula boru guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu ilaalchisee ergaa…
Oduu biyya keessaa Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu -Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Itiyoophiyaan torbee kana boruu ishee qormaataaaf hin…
Oduu biyya keessaa Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse. Sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ta’uun dhiyaate… Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ol ta’uun dhiyaate raggaasise. Manni marichaa yaa’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni FMC Magaalaa Wandoo Gannatitti biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Naannoo Sidaamaa Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa Wandoo Gannat gaara Noolee irratti biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaatiif waamicha deeggarsaa dhiyaate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Mahaandisa qorannoo Gaazexeessummaa jedhamuun kan beekamu Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaat dhibee isa mudateef waamichi deeggarsaa dhiyaate. Haala…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi galii Birrii biiliyoona 4 argate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 4 argadhe jedhe. Koorporeeshinichi…