Naannoon Kibbaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990’f dhiifama taasise
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990’f dhiifama taasiseera.
Namoota ulaagaa dhiifamaa guutaan 990’f…