Ispoortii Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an. Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma jedhe Waajjirri qonnaa godinichaa. Godinichatti bara…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Manni Maree bakka Bu’oota Ummataa haasawaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Sirna Baniinsaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu – Dooktar… Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ummanni Baalee qabeenya…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kuufama boba’aa olaanaa akka qabdu qorannoon mirkanaa’e – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jiru.…
Ispoortii Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.…
Idil Addunyaa Xiyyaaronni Humna Galaanaa Ameerikaa lama Kibba Galaana Chaayinaatti kufuun caccaban Sifen Megersa Oct 27, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Xiyyaaronni Humna Galaanaa Ameerikaa lama garaagarummaa daqiiqaa 30 keessatti Kibba Galaana Chaayinaatti kufuun caccabuun gabaafame. Xiyyaaroonni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan eegumsa qabeenya bishaanirratti hojiilee bu’aa qaban hojjetaa jirti – Dooktar Injinar… Sifen Megersa Oct 27, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan eegumsa qabeenya bishaanii fi Itti fayyadama isaarratti hojiilee bu’aa qaban hojjetaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan barattoota haaraa ramadaman simataa jiru Sifen Megersa Oct 27, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiwwan barattoota bara barnootaa 2018 haaraa ramadaman simataa jiru. Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa…