Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Faanaa Tajaajila kennuu eegale Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin dameewwan ogummaa beekamtii ittiin argate 4'n leenjii idilee kennuu eegaleera. Giddugalichi kana dura Gaazexeessummaa,…
Oduu biyya keessaa Hariiroo hawaasa biyyoota ollaa cimsuun hariiroo dippiloomaasii cimsa jedhame Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Korri Hawaasa daangaa naannawaa Itiyoophiyaa hirmaachise Yuunivarsiitii Bulee Horaatti taa’amaa jira. Korri kun mata duree ‘Gahee Hawaasni daangaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti mareen qooda fudhattootaa sadarkaa naannoo eegalame Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannoo Amaaraati hojii ajandaa walitti qabuu gaggeessaa jira. Har’a mariin qooda fudhattoota hirmaachise taa’amuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Turki misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti bobba’auuf fedhii qabaachuu ibsan Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Turki filannoowwan misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti bobba’uuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru. Turkitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Adam…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid Sifen Megersa Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate. Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa ajandaalee adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseen ajandaalee adda addaarratti mari'achuun murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Ce’umsi aangoo bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay karaa nagaan raawwatame ijaarsa nageenyaaf… Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Ce'umsi aangoo bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay karaa nagaan raawwatame ijaarsa nageenyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Ummanni naannoo Tigraay fayyadamoo misoomaa akka ta’u Mootummaan Federaalaa tumsa taasisu… Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tigraayitti nageenyii fi tasgabbiin waaromee ummanni naannichaa fayyadamoo misoomaa akka ta'u Mootummaan Federaalaa tumsa taasisu cimsee kan itti fufu…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoomiin buufata 2ffaa chaarjessa saffisaa baatirii Konkolaattoota Elektirikaa hojii… Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin buufata 2ffaa chaarjessa Baatirii Konkolaattoota Elektirikaa daraan saffisaa ta'e magaalaa Finfinneetti hojii eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ibsa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaarraa kenname Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa mirkaneessa ga’umsa ogummaa kennuu fi galmeessa Gaazexeessitootaa gaggeessuuf sochii jiru ilaalchisee ibsa…