Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100…
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 8 fi ol argadhe jedhe.
Dhaabbatichi bakka…