Warraaqsi Dinagdee Oromoo jalqabame bu’aa olaanaa galmeessaa jira – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Warraaqsi Dinagdee Oromoo jalqabame bu'aa olaanaa galmeessaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsaniiru.…