Oduu biyya keessaa Aartiin bu’uura qaroominaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guddinnii fi Qaroominni aartiin ala hin yaadamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka…
Oduu biyya keessaa Qormaata hannarraa bilisa gochuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf murteessadha – Piroofesar… Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa hannarraa bilisa gochuun dhaloota bu’aa qabeessaa fi dorgomaa ta’e horachuuf murteessaadha jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Guyyaan daa’imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guyyaan daa'imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti sagantaalee garaagaraan kabajame. Guyyichi mata duree "Dhaloota egeree horachuuf misooma…
Ispoortii Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaaf qophiin xumurame Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Ogaartiin eenyummaa fi guddina biyyaaf ijoodha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka buutoota hawaasa ogaartii guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba'an waliin mari'atan. Qabeenya aadaa…
Idil Addunyaa Hinditti Heeliikooptarri kufee caccabuun lubbuun namoota 7 darbe Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) –Kaaba Hindii kutaa bulchiinsa Utaaraakhaanditti Heeliikooptarri kufee caccabuun lubbuun namoota 7 darbeera. Heeliikoptarittiin balallii eegaltee…
Fayyaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen giddugala yaala fayyaa birrii biiliyoona 3.5 ijaarame eebbisiisan Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen giddugala yaala fayyaa 'Beetasaayidaa Ameerikaa Meedikaal Pilaazaa' jedhamu birrii biiliyoona 3.5…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii Goondaritti Piroojektoonni birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman eebbifaman Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Guyyaa Tajaajilaa barsiisummaa Waggaa 70ffaa Yuunivarsiitii Goondar sababeeffachuun Piroojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'an.…
Oduu biyya keessaa Qulqullinni barnootaa imaammata mootummaa qofaan hin deebi’u – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Qulqullinni barnootaa imaammata mootummaa qofaan kan deebi'u osoo hin taane gahee qaama hundaa gaafata jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dhugaa fi beekumsi akka moo’u barsiisonni cichoominaan hojjechuu qabu – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Jun 13, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Dhugaa fi beekumsi akka moo'u barsiisonni cichoominaan hojjechuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Biyyi dhalootaaf taatu kan…