Oduu biyya keessaa Marii itti fufaan ce’umsa Inarjii eegalame Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ce’umsa Inarjii ilaalchisee mariin itti fufiinsan mari’atamu eegalamuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise. Mata duree…
Oduu biyya keessaa Baricha bara dhimma Abbayyaarratti injifannoon siyyaasaa olaanaan itti galmaa’eedha- Hayyoota Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Barri 2012 bara dhimma Abbayyaarratti injifannoon siyyaasaa olaanaan itti galmaa’e ta’uu hayyoonni ibsan. Barri 2012 bara dhimma…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 55 caale Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 804 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 14 irratti ragaalee qorannoo duraa 9… Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee Hagayya 27, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 14 irratti ragaalee qorannoo duraa 9 dhageessiseera. Abbaan Alangaa ragaalee…
Idil Addunyaa Baankiin addunyaa mootummaa Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyaan kan hojjetu ta’uu mirkaneesse Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee Hagayya 27, 2012 (FBC) - Baankiin addunyaa mootummaa Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyaan kan hojjetu ta’uu mirkaneesse. Baankichi ibsa har’a waaree booda baaseen…
Oduu biyya keessaa Jiraattoota naannoo Oromiyaa fi Afaar yaa’a laga Awaash keessatti argaman balaan lolaa qunname Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee Hagayya 27, 2012 (FBC)- Jiraattoota naannoo Oromiyaa fi Afaar yaa’a laga Awaash keessatti argaman balaan lolaa qunnamuu Waajjirri Misooma Yaa’a Laga Awaash beeksise. …
Oduu biyya keessaa Obbo Dajanee Xaafaa, obbo Mastawaard Tamaamii fi Ogeessa Koompiiyuutaraa obbo Jawaar Mahaammad… Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) –Mana Murtii olaanaa Federaalaatti obbo Dajanee Xaafaa, obbo Mastawaard Tamaamii fi ogeessa Koompiiyuutaraa Obbo Jawaar Mahaammad Miishaa Adam irratti…
Idil Addunyaa Ibraahim Bubaakaar Keeytaan dhukkubsachuun Hospitaala galan Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Maalii humna waraanaan aangoorraa ugguraman Ibraahim Bubaakaar Keeytaan dhukkubsachuun Hositaala galuu ibsame. Ibraahim…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshichi bara baajataa 2013tti daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona dhibba 4 argachuuf… Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii bara baajataa 2013tti daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona dhibba 4 argachuuf karoorfachuu…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Salaalee bara barnootaa 2013tti gosa barnootaa 9 barnoota digirii 2ffaa eegaluufi Sifen Megersa Sep 2, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitiin Salaalee bara barnootaa 2013tti,gosa barnootaa haaraa sagaliin digirii lammaffaa eegaluuf haalduree xumuruu beeksise. …