Idil Addunyaa Afrikaatti namoonni dhibee COVID-19n du’an 117 ga’an Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoota dhibee COVID-19n qabaman kuma 3 fi 924 keessaa namoonni 117 du’uu isaanii Giddugalli Ittisaa fi To’annoo dhibee Afrikaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adhaanoom waliin bilbilaan mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Vaayirasii koroonaa ittisuuf tumsi tola ooltotaa cimee itti fufeera Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) –Tola ooltoonni tumsa taasisan koree biyyaaleessaa maallaqaa fi dhiyeessiwwan walitti qabuuf hundaa’ee fi bulchiinsa magaalaa Finfinneef arjoomuu…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan hojii hubannoo uumuu kennaa jiru Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaan iddoolee garaagaraarra naanna’uun jiraattootaaf mala ittisa dhibee COVID-19 irratti hubannoo uumaa jiru. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman keessaa tokko dandamate Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman keessaa tokko guutumaan guutuutti fayyuu isaa himame. Ityoophiyaatt namoota vaayrasii…
Idil Addunyaa Muusaa Faakiin vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’an Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaat qorannoo taasisaniin vaayrasii koroonarraa bilisa ta’uu isaanii mirkanaa’e.…
Oduu biyya keessaa Haala ittisa dhibee COVID-19 ilaalchisee mariin gaggeeffame Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojmaata vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalchisee Preezdaantoota, itti aantootaa Preezdaantii naannoolee fi…
Idil Addunyaa Sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argame Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Guyyaa har’aa sa’aatii 12 keessatti dhibeen COVID-19 namoota kuma 33 fi 481 keessatti argamuu ibsame. Ganama har’aa addunyaarratti namoonni…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni hojjetaa fi hojjisiisaa ifoome Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojmaanni iddoo hojii hojjetaa fi hojjisiisaa ifoomeera. Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hariiroon…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa gurgurtaa tikkeettii kallattiin raawwatamu dhaabe Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeetti kallattiin raawwatamu dhaabuu beeksise. Daandiin qilleensichaa imala kamiifiyyuu gurgurtaa…