Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Raashiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 885 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 7, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 885 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktarri Kabajaa Aartiist Alii Birraan Lishaanii Addaa badhaafame Sifen Megersa Feb 7, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimmallisa Abdiisaa fi Etaamaajooriin waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jenaraal Birhaanuu Juulaan Dooktara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti uwwisa bishaan dhugaatii qulqulluu % 94 irraan ga’uuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 7, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti waggoottan 10n dhufanitti uwwisa bishaan dhugaatii qulqulluu % 94 irraan ga'uuf hojjetamaa jiraachuu sadarkaa Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Nyaata Addunyaa Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa taasiisuuf Doolaara miiliyoona dhibba 4… Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf tajaajila geejjibaa fi Loojistiksii kan dhiyeessu ta'uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayiitti lammiilee miiliyoona 1.7f deeggarsi namoomaa qaqqabe – Aadde Mufariyaat… Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayiitti lammiileen miiliyoonni 1.7f deeggarsa namoomaa akka argatan taasiifamuu Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Idil Addunyaa Feeleeksi Shiiseekeediin Raamaafoosaarraa dura taa’ummaa Gamtaa Afrikaa fudhatan Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Rippaablika Diimookraataawaa Koongoo Feeleeksi Shiiseekeediin aangoo dura taa'ummaa Gamtaa Afrikaa Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon Siyaasaa fi waraanaa 420 fi miseensonni garee ABUT 682 yakka raawwataniin… Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon Siyaasaa fi waraanaa 420 fi miseensonni garee ABUT 682 yakka raawwataniin seeraan akka itti gaafatamaniif hojiin ragaa walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatame Sifen Megersa Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatamuu eegaluu Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii beeksiise.…