Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 9 caale
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du'anii kuma dhibba 9 caaluu ibsame.
Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’ irraa argame…