Idil Addunyaa Ameerikaan lammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkite Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Ameerikaan laammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkuu ishee beeksiifte. Ameerikaan laammiileen biyyoota Naajeeriyaa, Sudaan, Taanzaaniyaa,Eeritraa,…
Teeknooloojii Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa eebbisiise Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa Doolaara miiliyoona 58 oliin hojjechiisaa ture guyyaa har'aa…
Oduu biyya keessaa Hojiin to’annoo nageenyaa tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hojiin to’annoo nageenya tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa beeksise. Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen…
Biiznasii Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame. Kaffaltootni gibiraa galmee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ittisa weerara Awwannisaaf deeggarsa laate Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa(USAID) weerara Awwaannisaa ittisuuf kan oolu Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 8 Ityoophiyaaf deeggarsa taasise.…
Fayyaa Hojiin qophii duraa giddugala yaalaa fi dursanii ittisuu Vaayirasii Nooveelii Koroonaa daawwatame Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Faayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa, bakka bu’oota dhaabbata fayyaa addunyaa fi bakka bu'oota CDC waliin hojii qophii duraa…
Idil Addunyaa Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa mudateef labsii yeroo ariifachiisaa labsite Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa magaalaa Kaanbiiraa fi naannoo ishee mudate ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite. Haalli…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenyaa Hararii, Baha Oromiyaa, Poolisii Federaalaa fi Raayyaa Ittisaa haala… Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Manni Maree Nageenyaa Naannoo Hararii, godinaalee baha Oromiyaa, Poolisii Federaalaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI raawwii hojii baatii 6 gamaaggame.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa of eeggannoo cimaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara… Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imaltootaa fi hojjettootaaf of eeggannoo cimaa vaayrasii koroonaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf xiyyaaraan keemikaalli biiffamaa jira. Hoomaan awwaannisaa naannoolee biyyatti garagaraa keessatti kan mudate yoo…