Oduu biyya keessaa Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu Jibuutii gale Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) -Jilli Ministira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamu daawwaannaa hojii guyyoota sadiif galgala kana Jibuutii galeera. Obbo Umar gitaa isaanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 15 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Teeknooloojii Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin… Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7,2013 (FBC) - Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Jilli daayreektara Komishinii Tuurizimii Oromiyaa obbo Kibrasan Nagaashiin durfamu godina Jimmaatti… Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Jilli daayreektara Komishinii Tuurizimii Oromiyaa obbo Kibrasan Nagaashiin durfamu godina Jimmaatti daawwannaa hojii misoomaa Bunaa aanaa Cooccoo, Kattaa…
Oduu biyya keessaa Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar Qidduus Giyoorsgisiin injifatame. Tapha…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bahaar Daaritti hawaasa kutaa biyyattii garaagaraarra walitti babba’an waliin mariin… Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Magaalaa Bahaar Daaritti hawaasa kutaa biyyattii garaagaraarra walitti babba’an waliin mariin hariiroo ummataa gaggeeffamaa jira. Marichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ambaasaaddar Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 15, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Turkii Yaapaaraak Allapa waliin mari’atan. Obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Weerarri hoomaa awwaannisaa naannoo Soomaaleetti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu himame Sifen Megersa Jan 14, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Weerarri hoomaa awwaannisaa naannoo Soomaaleetti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa beeksise. Hoomichi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jaappaan miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan ta’an obbo Hordofaa… Sifen Megersa Jan 14, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Mootummaan Jaappaaniin qaamolee hariiroo biyyoota lamaanii cimsuuf gumaachaa taasiisaniif kan laatu miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota kan ta'an obbo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 467 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 14, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 467 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…