Oduu biyya keessaa Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kabajame Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan har’a kabajameera. Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kun mata duree ‘tajaajila jaalalaa fi dhugaa hunda…
Ispoortii Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 ala… Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 Hind qopheessituu ala ta’e. Tapha calallii…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Eeritraa daawwachuufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Eeritraa daawwachuuf akka ta’e beeksisan. Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi…
Ispoortii Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa 2-0n injifate Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 10ffaan guyyaa har’aa taphoonni 5 gaggeeffamaniiru. Tapha Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaa Adaamaatti…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 deeggarsa namoomaa ni barbaadu Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 hanga Waxabajjii bara 2012tti deeggarsa namoomaa nyaatan alaa kan barbaadaan ta’uu Komishiniin Hoggansa Balaa…
Waajabila Faanaa Namtichi baala sammuu namaa adoochu seeraan ala daddabarsu fannifamee akka du’u itti murtaa’e Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Iraan namicha seeraan ala baala sammuu namaa adoochu seeraan daddabarsu fannifamee akka du’u itti murteessun ishee dhaga’ame. Naachichi kun galaana…
Fayyaa Chaayinaan guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaaruufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Chaayinaan bulchiinsa Wiihaanitti guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaartee xumuruuf akka ta’e beeksiifte. …
Ispoortii Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera. Fiigicha kiloo meetira 6…
Oduu biyya keessaa Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii filataman Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii kutaa hawaasaa garagaraa irraa namoonni 23 filataman. Miseesoonni boordii…
Ispoortii MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan. Koreen kun qophii…