Oduu biyya keessaa Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame. Warqeen hammi isaa Kiiloo giraama 1.4…
Biiznasii Qorannoo misooma Albuudaa fi Boba’aa Ityoophiyaa ammayyeessuun barbaachisaadha – Injiinar Taakkalee… Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Qorannoo misooma Albuudaa fi Boba’aa Ityoophiyaa bifa haaraan ammayyeessuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Isaayyaas Afawarqii Yuunvarsiitii Jimmaa daawwatan Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin sosochii hojii Yuunvarsiitii Jimmaa daawwatan.…
Ispoortii Gulaallii waancaa liigii biyyoota Awurooppaa bara 2020 eda galgala taphoonni 20 gaggeeffame Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Taphootaa gulaallii waancaa neeshinsi liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingilaand Beeljiiyeem yoo injifattu Xaaliyaanii fi Poolaand qixa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 866 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Oct 12, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 866 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan laabraatoorii…
Oduu biyya keessaa Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa % 76.35 irra ga’e Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa % 76.35 irra ga’uu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksisee. Ministeeriichi…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutiin Odeeffannoo Ji’ospaashaalii xiyyaaraan odeeffannoo waliigalaa sassaabuufi Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) –Inistiityuutiin Odeeffannoo Ji’ospaashaalii Humna Qilleensaa Ityoophiyaa waliin ta’uun odeeffannoowwan waliigalaa biyyattii sassaabuuf waliigalteera…
Oduu biyya keessaa Kutaa bulchiinsa Booleetti shakkoomtoonni maallaqa sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan too’ataman Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti namoonni nootti maallaqa Sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan eeruun ummataan too’atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf tumsa hawaasa idila… Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) -Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf Ityoophiyaan hawaasa idila addunyaa waliin kan hojettu ta’uun Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 37 caaluu ibsame Sifen Megersa Oct 10, 2020 0 Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 37 caaluu ibsame. Erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’ate hanga…