Oduu biyya keessaa Gamoon Waldaa Aksiyoonii Biiftuu Addunyaa eebbifame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Biiftuu Addunyaa gamoo Birrii miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Daawaatti ijaarsise eebbisiise. Gamoon kun abbaa darbii 5 yoo…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Sululaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Hojiin Misooma Sululaa fi Kunuunsa Qabeenya uummamaa bara 2012 Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalamee jira. Guyyaa har’aa hojiin misooma…
Oduu biyya keessaa Fedhii geejjibaa guutuuf hojjetamuu qaba Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Ummataaf Fedhii geejjibaa guutuu fi gaaffiilee damichaan ka’u deebisuuf hojjetamuu qaba jedhame. Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen qindoomaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf ANC waliin ni hojjeta Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa (ANC) waliin murannoon kan hojjetu ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota 77 irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota badii raawwatanii argaman 77 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Yuunvarsiitiin Harammayaa barattoota…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraa daawwachaa jiru Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraatti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Preezdaant Mohaammad guyyaa har’aa daawwannaa hojii guyyaa…
Oduu biyya keessaa Weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) –Weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Weerarri hoomaa Awwaannisa sababa jijjiirrama…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsii daandii kiilo meetirri 340 hojjetameera Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsi daandii kiilo meetira 340 haaraa fi suphaan hojjetamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee…
Teeknooloojii Barattoota Yuunvarsiitii fi eebbifamtoota teeknooloojii Appiliikeeshinii sooftiweerii irratti… Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Barattoota Yuunvarsiitii fi eebbifamtoota teeknooloojii Appiliikeeshinii sooftiweerii irratti leenjisuun hojiitti galchuuf hojjetamaa jira. Ministir…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii… Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii mallatteessan. Sanada walii galtee kana konfaransii…