Oduu biyya keessaa Giddugalli Arteefishaal Intalajansii eebbifame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Arteefishaal Intalajansii har’a eebbisiisaniiru. Giddugalli kun yaada Muummeen…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi magaalaa Samaraa galan Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggaruuf naannoo Afaar magaalaa Samaraa galan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Ambootti dhagaan bu’uraa Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi seenaa… Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Siidaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame.…
Oduu biyya keessaa Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti… Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti ilaaluun too'achuu akka hin qabne Baankiin Biyyaaleessaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaarratti murtee yaadaa… Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Manni maree Bakka Bu’oota Uummataa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee yaada Ministeerri Fayyaa dhiyeessirratti…
Idil Addunyaa Chaayinaan Sudaan Kibbaaf Ruuzii toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Chaayinaan Sudaan Kibbaatti lammiilee balaa lolaan miidhamanii fi rakkoolee garaagaraaf saaxilamaniif Ruuzii Toonii kuma 3 deeggarsa taasiifte.…
Idil Addunyaa Mohaammed Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaamad Abdullahii Faarmaajoon,Mohaammad Huseen Roobeel Muummee Ministiraa Soomaaliyaa taasisuun muudan. Huseen…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa ni gaggeessa Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessa. Walga’iin kun sa’aa muraasan booda galma…
Oduu biyya keessaa Haala anniisaa dabalataa Giigaa Waatii 25 maddisiisuun danda’amurratti mari’atame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) –Haala anniisaa dabalataa Giigaa Waatii 25 maddisiisuun danda’amurratti dhabbata idila addunyaa Foortiiskiiw jedhamu waliin marii gageessuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’an 200f beekkamtiin laatame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad marsaa 2ffaan kaffaltoota gibiraa federaalaa amanamoo ta’an 200f beekkamtii kennan. Sirna…