Ispoortii Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte. Sa'aatiin idilee galchii malee…
Idil Addunyaa Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argatte Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argadheera jette. Biyyattiin bara xumurame kana Doolaara Tiriliyoona 1 ol galii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama humna qilleensichaa akkaataa bifa Itiyoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama – L/J… Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Guyyaan hundeeffama humna qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan akkaataa bifa Itiyoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama jedhan Ajajaa Olaanaan Humna…
Biiznasii Fooyyessichi daldala Qinxaaboo babal’isuu fi abbootii qabeenyaa hawwachuuf carraa uume – Obbo Ahimad… Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo daldala Qinxaaboo babal’isuu fi abbootii qabeenyaa alaa hawwachuuf carraa uume jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Fayyaa Yaa’iin biyyaalessaa qulqullina tajaajila fayyaafi Innoveeshinii gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Yaa'iin biyyaalessaa qulqullina tajaajila fayyaafi Innoveeshinii walta'iinsa Ministeera Fayyaafi Biiroo Fayyaa Oromiyaan Magaalaa Bishooftuutti ta'amaa…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu Sifen Megersa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Taphoota waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 2:00…
Ispoortii Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome. Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2'n…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka’an furamaa jiru Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka'an furaan jira jedhe. Baatiwwan jahaan darban…
Oduu biyya keessaa Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa K/Faantahuun Muhaabbaan waamicha… Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa Koloneel Faantahuun Muhaabbaan waliigaltee waamicha nageenyaa mootummaan naannichaa dhiyeesse…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan raawwataman galmoota magaalaa milkeessuu fi bu’aa qabatamaa galmeessifneen madaalamu… Sifen Megersa Jan 12, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Kilaastarri misooma magaalaa Oromiyaa raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 gamaaggameera. Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti…