Daandiin qilleensichaa balallii eebbaan duraa gara Dabra Maarqositti eegale
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii eebbaan duraa har’a gara magaalaa Dabra Maarqositti eegaleera.
Eegaluun balallichaa jiraattoota, imaltootaa…