Ispoortii Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Nageellee Arsii Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan taphni Itiyoo Elektiriik fi Nageellee Arsii gidduutti taphatame galchii malee xumurame.…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Dubartoota Itiyoophiyaan Shaggar Finfinnee injifate Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Dubartoota Itiyoophiyaa torbee 5ffaan Shaggar galchii 3 fi 0’n Finfinnee injifate. Tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Baalaastikaa furgugsite Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun waliin mari’achuuf qophii ta’uu beeksisanii sa’aa muraasan…
Biiznasii Oomishni Boba’aa hatame Barmeelli 200 to’atame Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Naannoo Afaaritti Oomishni Boba’aa hatame Barmeelli 200 qaamolee hanna raawwachaa turan waliin to’atame. Naannoo Afaar Magaalaa Loogiyaatti…
Oduu biyya keessaa Hojiin Hidha Laga Magac jallisuu milkiin xumurame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Piroojektii Misooma Jallisii Magaciin hojiin Hidha Laga jallisuu milkiin xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Daawwannaa…
Ispoortii Kaadhimantoonni filatamoon waggichaa FIFA ifooman Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Kaadhimamtoonni filatamoon bara 2025 FIFA dameewwan adda addaan ifoomaniiru. Damee leenjistootaan Luwiis Eniriikee, Arnee Siloot, Mikaa'el…
Fayyaa Oomisha Oksiijinii tajaajila yaalaa saffisiise … Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Hanqina Oksiijinii yaala fayyaa furuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Hoji raawwachisaan Kominikeeshinii Fayyaa Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Mootummaa leenjii hoggansaarra jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Mootummaa sadarkaa Federaalaafi Naannoo leenjii hoggansaarra jiran Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan. Kilaastera…
Oduu biyya keessaa Misooma Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna – Ambaasaaddar… Sifen Megersa Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Teeknooloojii anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evgeenii…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti barattoonni kumni 300 fi kumni 79 ol fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’an Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti manneen barnootaa kuma 1 fi 224 keessatti sagantaan nyaata barattootaa hojiirra oolaa jira jedhe Waajjirri Barnootaa…