Ispoortii Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa Liiverpuul ta’an Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Lammiin Ispeen Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa Liiverpuul ta’uun muudamaniiru. Kilabichi Arna Isloot gaggeessuu hordofee Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Lamlam Fissahaan xalayaa muudama isaanii dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaaf… Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) –Gamtaa Afrikaatti Ergamaa dhaabbiin Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Lamlam Fissahaan xalayaa muudama isaanii dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa galateeffatan Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabaa ture galateeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Filannoon waliigalaa 7ffaan ce’umsa dimookiraasii Itiyoophiyaaf bu’uura kan kaa’uudha-… Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Filannoon waliigalaa 7ffaan Itiyoophiyaan Caamsaa 24, 2018 gaggeessite ce'umsa dimookiraasii Itiyoophiyaaf bu'uura kan kaa’uudha jedhe Dhaabbanni Misoomaa…
Idil Addunyaa Iraan Kuweetii Bahireen dirooniin haleelte Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Iraan marii Ameerikaa waliin taasisaa jirtu cinaatti buufataalee waraanaa Ameerikaa Kuweetii fi Bahireenitti argaman dirooniin haleelte. Haleellaa…
Oduu biyya keessaa Giddugala Aadaa Booranaa… Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Ummanni hanagafti lafarraa hin buqqa’u, qa’ee gadi dhiisee hin godaanu, aadaa, eenyummaa fi maalummaa ofii gadi lakkiseee hindeemu, rakkoo mudate illee ciniinnatee obsaan ce’uun qa’ee…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa fi biyyoonni michootaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa dinqisiifatan Sifen Megersa Jun 3, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Gamtaan Awurooppaa fi biyyoonni michootaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaan Caamsaa 24, 2018 gaggeessite dinqisiifataniiru. Imbaasiwwan…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen filannoo gara giddugala filannoo Naannootti geeffamaa jiru Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Kutaalee Itiyoophiyaa adda addaatti meeshaaleen filannoo buufataalee filanno irraa gara giddugala filannoo Naannootti geeffamaa jiru. Adeemsi sagalee…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw raawwate Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa abbaa ogummaa hundagaleessaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw har’a Finfinnee Mana Amantaa Kiristaanaa Amanu’eelitti raawwateera. Artiisti…
Oduu biyya keessaa Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bakkeewwan lakkaawwiin xumurameetti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira. Buufataalee…