Oduu biyya keessaa Galmeen barattootaa bara 2016 eegalame – BBO Sifen Megersa Aug 29, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Galmeen barnootaa bara 2016 eegalamuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiise. Akka naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2016 jalqabuuf galmeen barattootaa…
Oduu biyya keessaa Seenaan Abbootii keenya gootummaan kufanii Addunyaa irratti nu boonse – Aadde Adaanachi Abeebee Sifen Megersa Aug 29, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Seenaan abbootii keenya bilisummaa fi ulfina ilma namaatiif gootummaan kufanii lammiileen Itiyoophiyaa addunyaa irratti akka boonan taasisuu Kantibaan…
Oduu biyya keessaa Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotame – Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Aug 29, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Qonna gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti…
Ispoortii Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasiifamaa jira Sifen Megersa Aug 29, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifamaa jira. Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa Hangaarii magaalaa Budaapeesitti…
Ispoortii Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa wayita Finfinnee ga’u simannaan taasiifameef Sifen Megersa Aug 29, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaate wayita Finfinnee ga'u simannaan taasiifameefira. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 24 to’atame Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 24 to’atamuu Waajjirri Bulchiinsaaf Nageenyaa kutaa…
Teeknooloojii Sirni dhaabbileen mootummaa hojmaata walfakkaatu akka qabaatan taasiisu eebbifamuun gara hojiitti… Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Sirni dhaabbileen mootummaa hojmaata walfakkaataa fi waldhageettii akka qabaatan taasiisu eebbifamuun gara hojiitti galeera. Dhaabbileen mootummaa 20…
Ispoortii Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’an Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Leenjisaan duraanii Maanchister Siitii Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’aniiru. Maanchiiniin leenjisummaa garee…
Waajabila Faanaa Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan. Hawaasni Oromoo jiruufi jireenya ofii kan gaggeessu maloota garagaraaatiin. Isaan keessaa…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Hagayya12 – 18, 2015tti to’annoo fi hordoffii taasiifameen Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…