Ispoortii Poorchuugaal tapha nuusa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Poorchuugaal Islooveeniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte. Tapha moo'anii darbuu halkan kana taphatameen sa'aatiin idilee galchii malee…
Ispoortii Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal. Hidda…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalichaatti Piroojektoonni 315 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uu ibsame Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoota ijaarsarra jiran 406 keessaa 315 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uu Itti Aanaan Kantibaan…
Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan Itti Gaafatamtoota Teeknooloojii Niwukleerii biyyaalessa Chaayinaa waliin… Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan Itti Gaafatamtoota Teeknooloojii Niwukleerii Biyyaalessa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Badhaasa Haacaaluu Hundeessaan Artiist Ilfinesh Qannoon Badhaasa umrii guutuu injifatte Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Sirni Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan gaggeeffameera. Badhaasa kanaaf gosoota Aartii 11 kaadhimamtoonni dorgomaa turaniiru. Artiist…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutichi waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Inistiityuutiin Eegumsa Fayyaa Beelladoota Biyyaalessaa waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse Inistiityuutichi…
Biiznasii Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu ibsame Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti dargaggoota kuma 120 oliif carraan hojii uumamuu Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa godinichaa ibseera. Godinichaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yaa'iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira. Yaa’icharratti Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jun 29, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiiseera.…