Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama. Fooramnichi mata duree ‘Afrikaa Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin’ jedhuun…
Biiznasii Baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa… Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Yeroo ammaa…
Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 2 – 1 Nageellee Arsii Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Bunni Itiyoophiyaa Nageellee Arsii injifate. Bunni Itiyoophiyaa galchii 2 fi 1’n Nageellee…
Oduu biyya keessaa Godinichatti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatiitti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe. Konkoolataan deddeebisa ummaataa Isuuzuu jedhamu…
Oduu biyya keessaa Godinaalee 10 keessatti oomishaaleen qonna gannaa mala ammaayyaa fi aadaan sassaabamaa jira –… Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishaaleen qonna gannaa mala ammaayyaa fi aadaan qulqullinaan sassaabamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa. Godinaalee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Bulchiinsa Fiisikaalaa cimsuuf hojiilee riifoormii saffisisuuf murannoo qaba – Obbo… Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mootummaan Bulchiinsa Fiisikaalaa cimsuuf dandeettii qabeenya biyya keessaa walitti qabuu cimsuu fi caasaa riifoormii saffisisuuf murannoo qaba…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo guyyoota 100 eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo bara 2018 kan guyyoota 100 eegalamuu ibsan. Piroojektii…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Godina Baalee Bahaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame jedhe godinichi.…
Teeknooloojii Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’e. Pireezidaantii naannichaa Aadde Alamituu Umoodii fi…