Fayyaa Yuunivarsiitichatti Piroojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Arsii Piroojektiiwwan garaagaraa eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasise. Yuunivarsiitichi giddu gala yaala haadholiifi daa'immanii,…
Ispoortii Morkii ijibbaataa Itiyoophiyaa vs Moozaambiik… Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaaf darbuuf har'a galgala Moozaambik waliin morkiin taasisu ni eegama.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad warshaa Seeraamikaa Giraandiyur eebbisuun tajaajila eegalchiisan Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad warshaa Seeraamikaa Giraandiyur eebbisuun tajaajila eegalchiisaniiru. Qaama imala misooma Indaastirii fi…
Idil Addunyaa Chaayinaatti bakka Albuudni dhagaa Cilee bahutti dhoohiinsa mudateen yoo xiqqaata lubbuun namoota 90… Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Kaaba Chaayinaa Kutaa Bulchiinsa Shaanshiitti bakka Albuudni dhagaa cilee bahutti dhoohiinsa muudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 90 darbuu gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Filannoo fi mirga lammiilee… Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama. Akkaataa Heera Mootummaa Federaalaawaa Diimokiraatawaa Rippaablika Itiyoophiyaa keeyyata…
Oduu biyya keessaa Hojiileen hojjetaman badhaadhinni Itiyoophiyaa kan hin oolle ta’uu ragaa ba’u – Kantiibaa Adaanech… Sifen Megersa May 23, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Hojiileen misoomaa waggoottan shanan darban keessa raawwataman badhaadhinni Itiyoophiyaa kan hin oolle ta’uu ragaa ba’u jedhan Kantiibaan Magaalaa…
Ispoortii Kaariik leenjisaa dhaabbii Maanchiister Yuunaayitid ta’uun muudame Sifen Megersa May 22, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid Mikaa’eel Kaariik leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muudera. Kilabichi Mikaa’eel Kaariik hanga bara Faranjootaa 2028tti…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Teeknooloojii jabanaa hidhachuun ga’umsa isaa guddiseera – Komishinara… Sifen Megersa May 22, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Teeknooloojii jabanaa hidhachuun ga’umsa isaa guddiseera jedhan Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Salaale dachee goototaati – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa May 22, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachise Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 22, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachisa Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira. Pireezidaantii…