Yuuniseef duula talaallii naannoo Tigraayitti gaggeeffamuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 45 taasiise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti duulli Talaallii Boruu eegalee guyyoota walitti aanaan 10’f kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Yeroo naannichaa beeksiise.…