Biirichi gamaaggama raawwii Baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama raawwii baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegaleera.
Biirichi qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti…