Oduu biyya keessaa Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa har’a Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoosii gaggeessuu eegaleera. Paatiriyaarikiin mana…
Idil Addunyaa Ugaandaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 63 darbe Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti mudateen lubbuun namoota 63 darbe. Balichi daandii saffisaa guddciha…
Fayyaa Itiyoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Waltajjin Marii tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf dandeessisu qopheessummaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Fayyaa Addunyaan gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018(FMC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama. Taphoota marsaa 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame naannawaa hundaaf bu’uura – obbo Shimallis… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame Oromiyaa qofa osoo hin taane naannawaa hundaaf bu'uura kan ta'uudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnutti sirnaan fayyadamuu qabna – Obbo… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnu misoomsuu fi sirnaan fayyadamuu qabna jedhan Pireezidaantiin duraanii naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha jedhan Daayrekterri Olaanaan Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul’iseera… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul'iseera jedhan Hoggantoota duraanii. Hoggantoonni duraanii fi…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi uumamaa Baalee jiru eessayyuu hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi uumamaa Baalee jiru addunyaarra eessayyuu hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa biyyaatti fedhii fi dhiyeessii oomishaa walmadaalsisuun dhimma xiyyeeffannoo gaafatuudha… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaatti fedhii fi dhiyeessii oomishaa walmadaalsisuun dhimma xiyyeeffannoo gaafatuudha jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…