Birmadummaan daataa biyya cimaa ijaaruuf murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) –Biyya cimaa ijaaruu fi bilisummaa imaammataa mirkaneessuuf birmadummaan daataa dhimma akkaan murteessadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…