Ispoortii Arsenaal Nootiingihaam Forest injifate Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandaa torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Arsenaal Nootiingihaam Forest goolii 2 fi 1n injifateera. Nikeetaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluun sagantaan Yayyaba gurmaa’insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisan Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin sagantaan Yayyaba gurmaa'insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul’ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan… Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul'ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan eegalamuuf ta'uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Biifaan…
Oduu biyya keessaa Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Humna kun kaayyoo lama…
Oduu biyya keessaa Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 taphatamu Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Arsenaal…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’e Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’uu gabaafameera. Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 67 yoo…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu naannawaa Hara Wanciitti Biqiltuu dhaabe Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu naannawaa Hara Wanciitti Biqiltuu dhaabeera. Naannawaa hawwata turizimii haroowwan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaattee Komaandoowwan… Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaatteetti Komaandoowwan leenjii cimaa fi haala rakkisaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa eegalchiisan Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Spoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa waqtii gannaa eegalchiisaniiru. Manneen harka…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Dargaggoota Addunyaa magaalaa Hawaasaa fi Jigjigaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Guyyaan Dargaggoota Addunyaa mata duree ‘hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa nageenya waaraaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaa fi Jigjigaatti kabajamaa…