Oromiyaatti Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jira…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…