Kabaja Guyyaa Farra Malaammaltummaa cinaatti hojiin qabeenya hoggantootaa galmeessuu ni gaggeeffama…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Barana Kabaja Guyyaa Farra Malaammaltummaa 20ffaa cinaatti hojiin qabeenya hoggantootaa galmeessuu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Komishiniin Namuusaa…