Fayyaa Dhibee Taayifoodii Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Dhibeen Taayifoodii baakteriyoota "Salmonella Typhi" ykn "Salmonella Paratyphi" jedhamaniin dhufa. Dhukkubni kun biyyoota guddataa jiran keessatti…
Ispoortii Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa…
Oduu biyya keessaa Himatamaan lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaan adabame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Himatamaan Siistama baankiin sirreessa jechuun lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaa fi maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – Ambaasaaddar Baacaa Dabalee Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Hariiroo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jiraachuu Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame –… Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuun hojiitti galamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…
Fayyaa Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi tajaajila yaala bilisaa kennaa jiru Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur Anbassaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru. Ogeeyyiin yaala Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin sadarkaa biyyaalessaatti Yuunivarsiitii Finfinneetti gaggeeffame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Injifannoo Adwaa ilaalchisee mariin sadarkaa biyyaalessaa Yuunivarsiitii Finfinneetti mata duree ‘Adwaa bu’aa tokkummaa sabdaneessaa’ jedhuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10.6 waliif mallatteessan Sifen Megersa Feb 28, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi waliiggaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10.6 mallatteessaniiru. Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Jarmanii fi Faransaay waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu ibsite Sifen Megersa Feb 28, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Jarmanii fi Faransaay waliin qabdu cimsuuf kan hojjetti ta’uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise. Itti Aanaan Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hariiroo seenaa qabeessaa fi tumsa diinagdee biyyoota lamaanii caalmaatti… Sifen Megersa Feb 28, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Keeniyaatti taasiisanirratti Pireezidaantii biyyattii Wiiliyaam Ruutoon simannaa hoo’aa…