Maanguddoota hambaa biyyaa ta’an deeggaruufi kunuunsuun gahee dhaloota har’aati jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti guyyaan Maanguddootaa 21ffaan magaalaa Adaamaatti kabajame.
Manguddoonni har'aa hambaa guddaa dhaloota biruu waan ta'aniif…