Ambasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ambasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…