Idil Addunyaa Ameerikaa fi Jaappaan shaakala waraanaa waloo gaggeessan Sifen Megersa Dec 11, 2025 0 Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Xiyyaaronni Ameerikaa humna niwukilaraa qaban boombii darbatoonni, Jeettii waraanaa Jaappaan waliin shaakala balallii taasisaniiru. Chaayinaa fi…
Ispoortii Barattoota dorgommii Paan Afrikaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni… Sifen Megersa Dec 11, 2025 0 Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Barattoota dorgommii Kubbaa Miilaa Paan Afrikaa Ugaandaa Kampaalaatti gaggeeffamaa turerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti- Dooktar… Sifen Megersa Dec 11, 2025 0 Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Namoota 60 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhibichi homaarrattuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa dandamates hin…
Oduu biyya keessaa Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjetamaa… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Falmattuun mirga dubartoota Afrikaa, badhaafamtuun Giraamii Awwaardi Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee isaan dandeessisu mallatteessan. Itaamaajoor Shuumiin waliigalaa Humna Waraanaa…
Teeknooloojii Hojiin eenyumeessa Diijitaalaa sirna baankii waliin walitti hidhuu ifatti eegalame Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ce’umsa Damee Faayinaansii Diijitaalaaf boqonnaa murteessaa kan ta’e hojiin eenyumeessa Diijitaalaa ‘faayidaa’ sirna baankii waliin walitti hidhuu ifatti…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Magaalaa Maqaleetti ijaarsa Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa eegalchiise Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalaa Maqaleetti Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa Birrii biiliyoona 2.24 oliin ijaaramu eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Dhaloota namuusa qabuu fi malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin malaammaltummaa qolachuuf hojiilee hojjeteef beekamtiin kennameefira. Guyyaa farraa malaammaltummaa 22ffaa kabajamaa…