Ispoortii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame. Peeppi Gaardiyoolaan taphoota…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa’uu Paartii Badhaadhinaa damee…
Oduu biyya keessaa Seenessa dhugaa Afrikaa ijaaruu fi eenyummaa Afrikaa uumuuf… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtota miidiyaa hawaasaa Afrikaa tokkummaa ardiilee ijaaruuf tarkaanfii tarsiimoodha jedhan hoji gaggeessaan Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa guddina diinagdee biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiru… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Sagantaan maaddii guutuu tattaaffii qindoomaa mootummaa fi ummaataan hojirra oole jireenya lammiileerratti jijjiirama qabatamaa fideera. Sosochiin…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa bifa dhugaa fi seenessa Afrikaa sirrii addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa’amaa…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe Sifen Megersa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG'n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera. Taphni har'a taphatame galchii 1 qixa yoo xumuramu, PSG'n dhaqaa…
Ispoortii Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera.…
Idil Addunyaa Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa Chaayinaa… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Chaayinaan Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa taasisuu itti fufti jedhan Ministirri Alaa Chaayinaa Waangi Yuun. Ministirri Alaa…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa siyaasa qubsumaa Itiyoophiyaan sararoota Galaanaa idil-addunyaa irratti qabdu… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Dhaga’amtummaa Itiyoophiyaan qabdu guddisuuf kallattiin dippiloomaasii mootummaan Ida’amuu hojiirra oolchaa jiru bu’aa qabatamaa galmeessaa jira.…
Ispoortii Buna Sidaamaa 0 – 1 Madin Itiyoophiyaa Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatameera. Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dursaa kan jiru Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatamuun carraa…