Godinichatti namoonni sagantaa seeftineetii fayyadamaa turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’an
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti maatiin fayyadamtoota sagantaa seeftineetii turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’uun wabii midhaan nyaataan of danda’an.…