Oduu biyya keessaa Waltajjii tumsa birmadummaa fayyaa Afrikaaf : Itiyoophiyaa Sifen Megersa Nov 20, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Fayyaan hawaasaa dhimma biyyoonni dhuunfaatti ilaalan osoo hin taane, dhimma bu’uuraa daangaa ce’aa tumsa waliinii, beekumsa saayinsii fi tarkaanfii…
Fayyaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo eegale Sifen Megersa Nov 20, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo Kutaa Magaalaa Gullallee, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Iyyeerusaalemitti eegalchiifameera. Duulichi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamtee Ilaalama Ida’amuun miidhagina addaa Goonfatte Sifen Megersa Nov 20, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Magaalli Naqamtee magaalaa xiyyeeffannaa mootummaa naannichaa argachuun ariitiin guddachuun imala dorgomtummaa milkeessaa jirtudha. Misoomni…
Oduu biyya keessaa Tigraay akka hin misoomne kan barbaadu diina uummata naannichaati Sifen Megersa Nov 20, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Gareen seeraan alaa ABUT erga hundeeffamee jalqabee, boodarras mootummaa ta'ee biyya yeroo bulchaa ture, akkasumas erga aangoorraa ka'ee as hojii misoomaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaan torbee 6ffaa har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Nov 20, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) –Taphoonni CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaan torbee 6ffaa tapha har’a Qidduus Giyoorgiis Hadiyyaa Hoosa’inaa keessummeessuun eegalamu. Har’a…
Oduu biyya keessaa Misoomni hiikaa kan qabaatu wayita jireenya guyyaa lammiilee qabatamaan jijjiire – Kantiibaa… Sifen Megersa Nov 19, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Misoomni hiikaa kan qabaatu wayita jireenya guyyaa guyyaa lammiilee qabatamaan jijjiire jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon, Pireezidaantii marii COP 31 waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 19, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Pireezidaantiin COP32 Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos, Pireezidaantii marii COP 31 Kiiris Boowan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti facaasaan qamadii Jallisii Bonaa eegalame Sifen Megersa Nov 19, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) –Godina Kibba Bahaa Oromiyaa Aanaa Gadab Asaasaatti facaasaan qamadii Jallisii Bonaa eegalameera. Itti Aanaan Itti Gafatamaa Wajjiraa Qonnaa fi Itti…
Oduu biyya keessaa Dheebuu waraanaa karra nagaa cufe… Sifen Megersa Nov 19, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Gareen seeraan alaa ABUT, fayyadamummaa waloo ummattoota Itiyoophiyaa mirkaneessurra dimokiraasii ukkaamsuun, sirna hoggantoota mootummaa qabeenya ittiin…
Idil Addunyaa Mariin seenaa qabeessi Ameerikaa, Raashiyaa fi Chaayinaa eegalame Sifen Megersa Nov 19, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Mariin sadee seenaa qabeessi Ameerikaa, Raashiyaa fi Chaayinaa eegalameera. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, kan Raashiyaa Vilaadmiir…