Oduu biyya keessaa Magaalichi qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol eebbisiisaa jira Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol marsaa 6ffaaf eebbisiisaa…
Oduu biyya keessaa Ajajni duultoota addaa leenjitoota komaandoo bu’uuraa eebbisiisaa jira Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Ajajni Duultoota addaa leenjitoota Komaandoo bu’uuraa giddugala leenjii Bilaatteetti marsaa 43ffaaf eebbisiisaa jira. Itaamaajoor Shuumii Humna waraanaa…
Oduu biyya keessaa Miidiyaan faayidaa biyyaalessaaf dursa kennuun hojjechuu qaba Sifen Megersa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Giddugalli Leenjii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin akkaadaamii Teeleeviizyiinii Raashiyaa waliin ta'uu Gaazeexeessitootaf leenjii ogummaa kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa hunda cichoominaan ce’uun biyya jabduu ijaaraa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Seenessa waloo hunda hammatuu fi hojiilee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Goondar deebitee ka'aa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xirunaan. Obbo Tamasgeen Xirunaan turtii Goondaritti taasisaniin…
Biiznasii Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan hojii misooma… Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan kumni 1 fi 468 hojii misooma bunaarratti hojjechaa jiru jedhe…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Somaalee Magaalaa Dagahaaburitti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame.…
Oduu biyya keessaa Miidhaa moo faayidaa isheetu caala? Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Qublamee, kinchirree, Kiniinii Garaa, Qashaa /Aarqeen Aadaa miidhaa moo faayidaa isheetu caala? Araqeen Aadaa miidhaan hawwasummaa, diinagdee fi fayyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Taayyee Danda’aan mana amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan ajajni kenname Sifen Megersa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Obbo Taayyee Danda’aan mana amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan Manni Murtii ajaja kenne. Ministir Deetaa duraanii Ministeera…
Oduu biyya keessaa Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa kennamaa jira Sifen Megersa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa har’a eegale oolmaan guyyaa jalqabaa nagaan xumurameera. Barattoonni kumni 700 fi kumni 69 fi…