Oduu biyya keessaa Odeeffannoo ijoo maree biyyaalessaa Adoolessa 17, 2018:- Sifen Megersa Jul 24, 2026 0 Kaleessa mata-dureewwan ajandaa irratti mari'ataman ilaalchisee gareen ogeeyyii (Panel of Experts) irraa ibsaafi galteewwan marii garaagaraa erga dhiyeessanii booda, har'a mari’attoonni…
Oduu biyya keessaa Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75 ol gahe Sifen Megersa Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75.59 gahe jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Haabtaamuu Ittafaan.…
Oduu biyya keessaa Madoo seenaarraa gara waloon biyya ijaaruutti… Sifen Megersa Jul 24, 2026 0 Itiyoophiyaan waldhabdee mariin hiikuu aadaa cimaa fi bu'uura qaroomina durii kan qabdu taatus, ajandaa diinootaan waldhabdee uumamu hiikuuf boqonnaa seenaa murteessarratti argamti.…
Oduu biyya keessaa Mallattoo tokkummaa fi guddina dippiloomaasii… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa Aadaa Hirmaannaa Uummataa haaraa kan uume, humna, beekumsaa fi maallaqa uummata Itiyoophiyaatiin kan ijaarame ta'uu isaatiin mallattoo tokkummaati.…
Idil Addunyaa Ameerikaan xiyyaara waraanaa B-1 fayyadamuun Iraan haleelte Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Ameerikaan yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa fageenya dheeraa imaluu danda'u kan B-1 jedhamu fayyadamuun Iraan irratti haleellaa raawwachuu ishee…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi maamiltoota Itiyoo Teeleekoom miiliyoona 90.1 gahe Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Telekoom, Firehiyiwat Taammiruun, raawwii hojii dhaabbatichaa bara 2018 irratti har'a ibsa kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Haati marii biyyaalessarratti hirmaachaa jirtu ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa ‘Komishinii’ jettee… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz bakka bu’uun marii biyyaalessarratti hirmaachaa kan jirtu aadde Hadaa Almaahiddiin ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa…
Oduu biyya keessaa Yaadama ida’amuu humna garaagarummaa gara faayidaa walootti jijjiire… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Akkaataa bu’uura Yaadama ida’amuun mootummaan, dargaggootni, dubartootni, dhaabbileen hawaasaa siivilii fi dhaabbileen miti mootummaa waliin ta'uun…
Oduu biyya keessaa Maaddii guutuu damee qonnaaf boqonnaa haaraa bane… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokkodha. Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga’uun egeree Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga'uun egeree Itiyoophiyaa ifaa fi abdachiisaa taasisa jedhen jiraattoonni Magaalaa…