Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa meedaaliyaa warqee malee xumurte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame meedaaliyaa warqee tokkooyuu osoo hin argatin xumurte.…