Marichi biyya cimtuu ijaaruuf kan gargaaru missiraachoo injifannoo walooti – Mari’attoota
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Yaa’iin Maree Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru biyya cimtuu ijaaruuf kan gargaaru missiraachoo injifannoo walooti jedhan hirmaattoonni yaa’ichaa.…