Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofaa miti – Obbo Kabbadaa Deessisaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofa osoo hin taane kan qaama hundaati jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii obbo Kabbadaa…