Ispoortii Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifate Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 14ffaan Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifateera. Kabbee Buzunaan galchii daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Bulchinsa magaalaa Asallaa fi naannawa isheetti ciccituun humna Elektirika hawaasa komachiise Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ciccituun humna elektirikii bulchiinsa magaalaa Asallaa waggoota lakkoofsise furmaata malee itti fufuun kutaalee hawaasa komachiiseera.…
Oduu biyya keessaa Gaafa carra argannee ummata bulchinu, ummaticha rakkisuu fi malaammaltummaan boochisuufii miti –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaafa carra argannee ummata kana bulchinu lafa ummataa gurguruu, ummata rakkisuufi malaammaltummaan boochiisuufi…
Biiznasii Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu jedhe Ministeerri Galiiwwanii. Ministeerichi yakka waliin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Sagantaa xumuraa taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama. Arsenaal garaagarummaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Baga guyyaa dhaloota Iyyesuus Kiristoos…
Oduu biyya keessaa Sagantaan faarfannaa Kumaa kitilaa gaggeeffame Finfinnee bifa addaan kan miidhakseedha –… Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Sagantaan faarfannaa Kumaa kitilaa 3ffaan magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame Finfinnee haalaan kan miidhakseedha jedhan Kantibaan…
Biiznasii Baankichi bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa har’a gaggeeffame ifoomseera. Baankileen 32 caalbaasicharratti kan hirmaatan yoo ta’u, caalbaasii kanaan…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsanii kennaniiru.…