Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa daawwatan Sifen Megersa Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa Magaalaa Dirre Dhawaatti ijaarame daawwataniiru Manni Kitaabaa Immirtaa galii…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uume – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uumeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Iddooleen…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ifxaraa guddaan daandirraa Magaalaa Finfinnee gaggeeffame xumurame – Poolisii Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Sagantaan Ifxaraa guddaan daandirraa marsaa 6ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame milkiin xumure jedhe Qajeelchi Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Baatii Ramadaanaa keessa harka qalleeyyii fi namoota rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasisuun… Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Baatii Ramadaanaa keessa harka qalleeyyii, godaantotaa fi namoota rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasisuun barbaachisaadha jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Kitaabni ‘Adwaa Injifannoo Cululuqaafi Yaadannoo Waloo Itiyoophiyaanotaa’ jedhu… Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Kitaabni 'Adwaa Injifannoo Cululuqaafi Yaadannoo Waloo Itiyoophiyaanotaa' jedhu Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaattu eebbifameera. Kitaabichi bakka…
Oduu biyya keessaa Finfinneen Yaa’ii dhiibbaa uumtoota Miidiyaa Hawaasummaa Afrikaa keessummeessuufi Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Finfinneen Yaa'ii jalqabaa dhiibbaa uumtoota Miidiyaa Hawaasummaa Afrikaa keessummeessuufi. Yaa'ichi bara Faranjootaa Caamsaa 7- 8, 2026 Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ifxaraan guddaan daandirraa marsaa 6ffaan eegale Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Sagantaan Ifxaraa guddichi daandirraa 6ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamuu eegaleera. Ifxarri guddaan kun mata duree…
Ispoortii Maanisfiildi Taawon 1 – 2 Arsenaal Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan Arsenaal Maanisfiildi Taawon injifateera. Arsenaal galchii 2 fi 1'n Maanisfiildi Taawon #Oromia…
Oduu biyya keessaa Galmeen filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Galmeen filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa naannoleetti gaggeeffamaa jira. Har'a galmeen filattootaa naannoo Oromiyaa, Beenishaanguul Gumuz,…
Biiznasii Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame – Dooktar… Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…